Ispoortii
Gareen Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa har’a tapha murteessaa ramaddii xumuraa Liibiyaa waliin ni taphata
Finfinnee, Amajjii 13, 2015 (FBC) – Dorgommii Shaampiyoonaa Kubbaa Miilaa Biyyoota Afrikaa Aljeeriyaatti taphatamaa jiruun gareen Ityoophiyaa har’a tapha murteessaa ramaddii xumuraa Liibiyaa waliin ni taphata jedhame.
Tapha har’aa kana ilaalchisee leenjisaan garichaa Wubatuu Abaataa fi taphataan sarara gidduu Gaatooch Paanoom ibsa laataniiru.…
Read More...
Gareen Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa tapha Aljeeriyaa waliin qabuuf ofitti amanamummaa gaariirratti…
Finfinnee, Amajjii 9, 2015 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa tapha har'a Aljeeriyaa waliin taphatuuf ofitti amanamummaa gaariirratti kan argamu ta’uu leenjisaan garichaa Wubatuu Abaateen ibsan.
Garichi har'a tapha 2ffaa ramadichaa…
Fiigicha walakkaa maaraatoonii Hiiwustaniin Atileetonni Ityoophiyaa injifatan
Finfinnee, Amajjii 7, 2015 (FBC) – Fiigicha walakkaa maaraatoonii Ameerikaa Hiiwustanitti gaggeeffameen Atileetonni Ityoophiyaa injifatan.
Fiigicha walakkaa maaraatoonii dhiirotaan Atileet Li’uul Gabrasillaaseen yoo injifatu, kan…
Kongiransiin Filannoo Atileetiksii Riijinii Afrikaa Bahaa miseensota Koree Hojii Raawwachiistuu…
Finfinnee, Amajjii 7, 2015 (FBC) – Kongiransiin Filannoo Atileetiksii Riijinii Afrikaa Bahaa miseensota Koree Hojii Raawwachiistuu waggoota 4’n dhufan riijinicha hogganaan guyyaa har’a filateera.
Bu’uuruma kanaan Jeneraal Jaaksan Tiiwii…
Fiigicha daandiirraa kiiloo meetira 10 Ispeen Yaalamwarqi Yawaalaawu injifatte
Finfinnee, Amajjii 7, 2015 (FBC) – Ispeenitti fiigicha daandiirraa kiiloomeetira 10 gaggeeffame Atileet Yaalamwarqi Yawaalaawu injifatte.
Dorgommicha daqiiqaa 29 fi sekoondii 19'n galuun injifatteetti.
Odeeffannoowwan waqtaawaa…
Atileet Xurunash Dibaabaa har’a gara dorgommiitti deebiti
Finfinnee, Amajjii 7, 2015 (FBC) – Atileet Xurunash Dibaabaa waggoota afur booda har'a Ameerikaatti kan gaggeeffamu fiigicha walakkaa maaraatooniin gara dorgommiitti deebiti.
Har'a maaraatoonii Hawustan 22ffaarratti Atileetota hirmaatan…
Maaraatoonii Mombaayi Atileetonni Ityoophiyaa injifatan
Finfinnee, Amajjii 7, 2015 (FBC) –Har'a ganama fiigicha maaraatoonii Hindii Mombaayitti gaggeeffameen Kooriyaa lamaaniin Atileetonni Ityoophiyaa injifataniiru.
Dorgommii dubartootaan Atileetonni Ityoophiyaa 1ffaa hanga 8ffaa walhordofuun…