Ispoortii
Atleet Madinaa Isaa dorgommii Dubartootaa meetira kuma 5 injifatte
Finfinnee, Bitootessa 17, 2015 (FBC) – Atleet Madinaa Isaa dorgommii 'dursa Dubartootaaf' jedhuun Finfinneetti qophaa'e fageenya meetira kuma 5 injifatteerti.
Atleet Tsiggee Gabrasalaam sadarkaa 2ffaan xumurteerti.
Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee fi Ministirri Ministeera Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa Dooktar Eergoogee…
Read More...
Baayern Muunik leenjisaa isaa gaggeesse
Finfinnee, Bitootessa 15, 2015 (FBC) – Kilabni Kubbaa Miilaa Jarman Baayern Muunik leenjisaa isaa Juuliyaan Neeglisimaan leenjisummaarraa gaggeessuu beeksise.
Leenjisichi jijjiirama barbaaddamu fiduu hindandeenye jedhamuun gaggeeffamuu…
Kiristiyaanoo Roonaaldoon garee biyyaalessaaf yeroo 197 hiriiruun riikkardii haaraa galmeesse
Finfinnee, Bitootessa 15, 2015 (FBC) – Taphataan sarara fuulduraa Poorchuugaal Kiristiyaanoo Roonaaldoon garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa biyyattiif yeroo 197 hiriiruun riikkardii haaraa galmeesseera.
Ga’eessi umrii waggaa 38 Roonaaldoon…
Meesut Ooziil tapha kubbaa Miilaa dhaabuu beeksise
Finfinnee, Bitootessa 13, 2015 (FBC) – Taphataan sarara gidduu garee Biyyaalessa Jarman Meesut Ooziil tapha Kubbaa Miilaa dhaabuu beeksiseera.
Ga’eessi umrii waggaa 34 Meesut Ooziil Kilaba Kubbaa Miilaa Jarman Shaalk 04 tapha kubbaa…
Shaampiyoonaan Atleetiksii Ityoophiyaa fiigicha gufachiisaa fi Tarkaanfii eegalame
Finfinnee, Bitootessa 13, 2015 (FBC) – Shaampiyoonaan Atleetiksii Ityoophiyaa fiigicha gufachiisa gabaabaa, giddu galeessaa, Meetira kuma 3, Tarkaanfii fi akaakuuwwan biroon Akkaadaamii Ispoortii Ityoophiyaatti eegalameera.…
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa tapha Giinii waliin qabu taphachuuf gara Moorookoo…
Finfinnee, Bitootessa 12, 2015 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa tapha gulaallii Waancaa Afrikaa Giinii waliin qabu taphachuuf gara Moorookoo imaleera.
Jilli garichaa taphattoota 23 of keessatti hammate kaleessa…
Maaraatoonii Room irratti qophiin yaadannoo Atileet Abbabaa Biqilaa gaggeeffame
Finfinnee, Bitootessa 10, 2015(FBC)- Maaraatoonii Room irratti qophiin yaadannoo Atileet Abbabaa Biqilaa gaggeeffameera.
Lammiin Ityoophiyaa Eermiyaas Ayyalaan maaraatoon Room irratti kophee malee miila qullaa fiiguun xumuruu ibsame.…