Ispoortii
Piriimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 36ffaan har’a taphoonni 6 ni taphatamu
Finfinnee, Caamsaa 12, 2015 (FBC) – Taphoota Piriimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 36ffaan har’a taphoonni murteessoon 6 ni taphatamu.
Taphoonni torbee kanaa sa’aatii 8:30 jalqabee tapha Tootanihaam Bireentifoord waliin taphatuun eegalama.
Sa’aatii 11:00 eegalee taphni Liivarpuul hirmaannna Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa argachuuf Astoon…
Read More...
Kilabni Baankii Daldala Ityoophiyaa gara Piriimaayeer Liigii Ityoophiyaatti guddate
Finfinnee, Caamsaa 11, 2015 (FBC) – Kilabni Kubbaa Miilaa Baankii Daldala Ityoophiyaa waggaa 6 booda gara Piriimaayeer Liigii Ityoophiyaatti guddachuu mirkaneeffate.
Bunni Beenchii Maajii Kutaa Magaalaa Addis Katamaan goolii 2 fi 1n…
Taphoonni deebii walakkaa xumuraa Liigii Awurooppaa har’a ni taphatamu
Finfinnee, Caamsaa 10, 2015 (FBC) – Taphoonni deebii walakkaa xumuraa Liigii Awurooppaa har’a galgala sa’aatii 4:00 irraa eegaluun ni taphatamu.
Falmiin Siiviiyaan Juuveentuus, Leeverkuusan Roomaa waliin xumuraaf darbuuf taasiisan…
Qidduus Giyoorgis 1 – 1 Magaalaa Hawaasaa
Finfinnee, Caamsaa 9, 2015 (FBC) –Taphoota Beetkiingii Piriimaayeer Liigii Ityoophiyaa torbee 24ffaan Qidduus Giyoorgis Magaalaa Hawaasaa waliin qixa ba’e.
Tapha har’a sa’aatii 9:00 irraa eegalee gaggeeffameen
Qidduus Giyoorgis Magaalaa…
Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni har’a Maanchiisteer Siitii fi Riyaal Maadriid gidduutti…
Finfinnee, Caamsaa 9, 2015 (FBC) –Tapha Walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni har’a Maanchiisteer Siitii fi Riyaal Maadriid gidduutti taphatamu akkaan eegama.
Taphni deebii walakkaa xumuraa shaampiyoonsi Liigii…
Inistiraakter Daani’eel Gabramaariyaam leenjisaa yeroo Waaliyaawwanii ta’uun muudaman
Finfinnee, Caamsaa 7, 2015 (FBC) – Inistiraakter Daani'eel Gabramaariyaam leenjisaa yeroo garee Biyyaalessa Ityoophiyaa ta'uun muudaman Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa beeksise.
Daayrektara Teeknikaa ta'uun tajaajilaa kan jiran…
Arsenaal 0- 3 Biraayitan
Finfinnee, Caamsaa 6, 2015 (FBC) – Biraayitan Arsenaal injifachuun carraa hirmaannaa Liigii Awurooppaa bal'ifate.
Arsenaal dirree isaarratti Biraayitaniin goolii 3 fi 0n injifatamuun imalli gara waancaatti taasisu gufateera.