Ispoortii

Ispoortii

Itiyoophiyaan Shaampiyoonaa Atileetiksii mana keessaa 20ffaan Afrikaarraa sadarkaa 1ffaa fi Addunyaarraa sadarkaa 3ffaan xumurte

Finfinnee, Bitootessa 14, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan Shaampiyoonaa Atileetiksii mana keessaa Addunyaa 20ffaa Chaayinaa Naanjiingitti dorgomame Afrikaarraa sadarkaa 1ffaa fi Addunyaarraa sadarkaa 3ffaa bahuun xumurte. Itiyoophiyaan meedaaliyaa Warqee 2 fi Meetii 3 waliigala meedaaliyaa 5 argachuun Addunyaarraa Ameerikaa fi Noorweeyitti aanuun…
Read More...