Ispeen tapha walakkaa xumuraaf dabarte

Finfinnee, Waxabajjii 28, 2016 (FBC) – Waancaa Awurooppaan Ispeen, Jarman injifachuun tapha walakkaa xumuraaf dabarte.

Ispeen galchii 2 fi 1n Jarman injifachuuf tapha walakkaa xumuraaf geesse.

Tilmaama Waancaa injifachuu olaanaa argattee kan turte Jarman walakkaa xumuraaf osoo hin darbin hafteerti.

Comments (0)
Add Comment