Isaayyaas Afawarqiin Keeniyaatti daawwannaa hojii taasiisaa jiru

Finfinnee, Guraandhala 1, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Eertiriyaa Isaayyaas Afawarqiin Keeniyaatti daawwannaa hojii taasiisaa jiru.

Pireezidaanti Isaayyaas wayita Buufata Xiyyaaraa Joomoo Keeniyaataa Naayiroobii ga’an Ministeera Dhimma Alaa biyyattii Alfireed Mutaaniin simatamaniiru.

Daawwannaa hojii guyyoota lamaaf taasiisan kanaan Pireezidaantii Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoo waliin ni mari’atuun eegama.

Dhimmoota hariiroo biyyoota lamaanii caalmaati cimsanirratti ni mari’atuun kan eegamu ta’uu ragaan Ministeera Dhimma Alaa Keeniyaarraa argame ni mul’isa.

#Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment