Irreechi yeroo 3ffaaf Magaalaa Asoosaatti kabajame

Finfinnee, Onkololeessa 11, 2016 (FBC)- Ayyaanni Irreechaa Yeroo Sadaffaaf Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Beenishaangul Gumuz, Magaalaa Asoosaatti kabajameera.

Ayyaana Irreechaa Magaalaa Asoosaatti kabajamee kana irratti Barreessaan Gumii Abbootii Gadaa Oromiyaa fi Abbaan Gadaa Tuulamaa Goobana Hoolaa fi Abbootiin Gadaa, Haadholeen Siinqee, hawaasni Naannoo Beenishaangl Gumuz, Magaalaa Asoosaaf i Hawasni Oromoo Aanaalee fi magaaloota ollaa Oromiyaa hirmaataniiru.

Sini Kabajaa ayyaanichaas nagaan xumuramuu Ragaan Waajjira Pireezidaantii Naannoo Oromiyaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment