Irreechi Malkaa Daabanaa kabajame

Finfinnee, Sadaasa 2, 2016 (FBC) – Godina Buunnoo Beddelleetti Irreechi Malkaa Daabanaa kabajameera.

Haadholiin Siiqqee, Abbootiin Gadaafi kutaaleen hawaasaa garaagaraa bakka argamanitti Irreechi Malkaa Daabanaa Birbirsa Lakkuutti kabajamuu ragaan Waajjira Kominikeeshinii aanaa Beddelleerraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment