Irreechi Malkaa Caancoo haala ho’aa ta’een kabajame

Finfinnee, Onkololeessa 10, 2017 (FBC) – Irreechi Malkaa Caancoo Kutaa Magaalaa Lammii Kuraatti akkaataa duudhaa isaa eegeen kabajameera.

Irreechi Malkaa Caancoo kun bakka Abbootiin Gadaa, Haadholiin Siinqee, Foolleefi kutaaleen hawaasaa akkasumas keessummoonni gara garaa argamanitti bifa duudhaa, safuufi aadaasaa eegeen kabajameera.

Toleeraa Bojaatu gabaase.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment