Irreechi Malkaa Baaroo kabajame

Finfinnee, Onkololeessa 10, 2017 (FBC) – Magaalaa Gaambeellaatti Irreechi Malkaa Baaroo akkaataa duudhaa isaa eegeen kabajameera.

Abbootiin Gadaa, Haadholiin Siinqee, kutaaleen hawaasaa fi keessummoonni waamichi taasifameef ayyaanicharratti argamuu ragaan kominikeeshinii naannichaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment