Irreechi ibsituu tokkummaa, araaraafi nageenyaati- Hirmaattota Ayyaanichaa

Finfinnee, Fulbaana 22, 2015(FBC)- Ayyaanni Irreechaa Hora Harsadee baranaa haala miidhagaafi hawwataa ta’een kabajamaa jiraachuu hirmaattonni ayyaanichaa ibsan.

Ayyaanicharratti hirmaachuu isaaniif daran gammaduu ibsuun, ayyaanichi haala hawwataafi ho’aa ta’een kabajamaa jiraachuu eeraniiru.

Irreechi qabeenya guddaa uummata Oromoo ta’uu kaasuun,ibsituu tokkummaa, araaraafi jaalalaa ta’uu dubbataniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment