Irreechi Ibsituu abdii, araaraa, nageenyaa fi tokkummaati – Obbo Awwal Aarbaa

Finfinnee, Fulbaana 25, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Afaar Obbo Awwal Aarbaan Ayyaana Irreechaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.

Ayyaanni Irreechaa ayyaana ibsituu abdii, araaraa,nageenyaa fi tokkummaa ta’uu ibsaniiru.

Ayyaanichi duudhaa fi safuu ummata Oromoo haala eegeen jaalalaan, nageenyaa fi tokkummaan akka kabajamu hawwii qaban ibsuu ragaan Biiroo Kominikeeshinii naannicharraa argame ni mul’isa.

#Oromia # Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment