Irreechi Hora Harsadee nagaan xumuramuu Abbaan Gadaa Goobanaa Hoolaa ibsan

Finfinnee, Fulbaana 22, 2015(FBC)- Irreechi Hora Harsadee karaa nagaan kabajamee xumuramuu Abbaan Gadaa Goobanaa Hoolaa ibsaniiru.

Abbaa Gadaa Goobanaa Hoolaa, Ayyaanni Irreechaa nagaan xumuramuu ilaalchisuun Miidiyaaleef ibsa kannaniiru.

Ibsa isaaniin qaamolee ayyaanichi nagaan kabajamee akka xumuramuuf gahee olaanaa gumaachaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa, Bulchiinsa Magaalaa Bishooftuu, Jiraattoota Magaalaa Bishooftuufi naannawaashee, humnoota Nageenyaa, Qeerroowwan, Qareeewwan, Foolleewwan akkasumas hirmaattota ayyaanichaa mara galateeffataniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment