Finfinnee, Fulbaana 26, 2016 (FBC) – Irreechi Hora Finfinnee mata duree ‘Irreechi Faajjii Tokkummaa fi Obbolummaati’ jedhuun kabajamaa jira.
Bakka Abbootiin Gadaa, Hadholiin Siinqee, Foollewwan, Qeerroowwan, Qarreewwan, keessummnni biyya keessaa fi alaa argamanitti magaalaa Finfinnee Doloolloo Buddeenatti haala hawwataa ta’een kabajamaa jira.
Ayyaannichi qabeenya Hawaasummaa, Diinagdee fi siyaasaa ta’uurra darbee ayyaana Tokkummaa fi Obbolummaa cimsu ayyaana guddaa ta’uu isaa haala mirkanneessuun kabajamaa jira.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.