Irreechi Hora Ayeetuu Karaa Duudhaa fi Safuu isaa eegeen irreeffatamaa jira

Finfinnee, Onkololeessa 2, 2017 (FBC) – Irreechi Hora Ayeetuu karaa duudhaa isaa eegeen Abbaa malkaatiin eebbaan saaqamuun irreeffatamaa jira.

Godina Shawaa Lixaa Magaalaa Ambootti Irreechi Hora Ayeetuu karaa duudhaa isaa eegeen Abbaa malkaatin eebbaan saaqamuun irreeffatamaa jira.

Comments (0)
Add Comment