Irreechi galma Araaraa fi Nageenyaa, Dirree Miidhaginaa fi Kuusaa Aadaati – Hirmaattoota

Finfinnee, Fulbaana 26, 2016 (FBC) – Irreechi galma Araaraa fi Nageenyaa, Dirree Miidhaginaa fi Kuusaa Aadaati jedhan Hawaasni Irreecha Hora Finfinneerratti hirmaatan.

Seenaan badda argamtee, dhugaan badde deebitee Finfinneetti Hora Finfinnee haala miidhagaa fi hawwataa ta’een kabajaa jirra jedhaniiru.

Mallattoo Abdii fi jaalalaa ta’uu dubbataniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment