Irreechi duudhaa jaalalaa, araaraa fi tokkummaati – Obbo Ashaadilii Hasan

Finfinnee, Fulbaana 24, 2017 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Beenishaanguul Gumuz Obbo Ashaadilii Hasan ergaa ayyaana Irreechaa bara 2017 dabarsan.

Irreechi Duudhaa jaalalaa, araaraa fi tokkummaa ta’uu ibsaniiru.
Irreechi ayyaana mallattoo tokkummaa, gammachuu fi abdii ta’uu eeraniiru.

Ayyaana Calaqqee tokkummaa, galataa, araaraa, nageenyaa fi jaalalaati jedhan.

Ayyaanicha Ayyaana obbolummaa, jaalalaa, araaraa fi nageenyaa akka ta’u hawwii qaban ibsaniiru.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment