Irree gamtoomeen hojiin Ityoophiyaa magariisa Uwwisuu itti fufa- MM Abiy Ahmad

Finfinnee, Gurraandhala 7, 2014 (FBC)– Irree gamtoomeen hojiin Ityoophiyaa magariisa Uwwisuu itti fufa jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahmad.

Kaayyoon sagantaa Ashaaraa Magariisaa dhiqama biyyee hir’isuun oomishtummaa qonnaa fooyyessuu, gammoojjummaa ittisuu fi hidhawwan biyyeen akka hin guuttamne ittisuu ta’uu gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

Sosochii Ashaaraa magariisaan Ityoophiyaa bakkeewwan garaagaraatti dhiqama biyyee haala milkaa’ina qabuun hambisuun danda’amuu ibsaniiru.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment