Iraan tarbaayinoota gaazii 40 Raashiyaatti gurguruufi

Finfinnee, Onkololeessa 14, 2015 (FBC)– Iraan dandeettii isheen kan oomishte tarbaayinoota gaazii 40 Raashiyaatti gurguruuf waliigaltee kontiraataa mallatteesuun gabaafame.

Yeroo ammaa meeshaalee dhiyeessii gaazii Iraan %85 walqabatan biyya keessatti oomishuuf dandeettii akka qabdutu himama.

Ameerikaan Iraanirratti qoqqobbi cimaa yoo keessellee Iraan garuu oomisha gaazii dachaan guddisuu akka dandeesse Itti Gaafatamaan Dhaabbata Misooma Injiinariingii Gaazii Iraan Reezaa Noshaadii kan dubbatan.

Erga waggoota dhiyoo as Iraanii fi Raashiyaan walta’iinsa isaanii damee garaagaraan guddisaa jiraachuu ragaaleen nimul’isu.

Bara Faranjootaa kana baatii Adoolessaa keessa Iraanitti waliigalteewwan invastimantii Doolaara biiliyoona 40 mallatteeffamuu madda oduu Ministeera Boba’aa Iraan ‘Shaanaa’ jedhamu wabeeffachuun Zhinwaan gabaaseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment