Iraan miisaa’eliiwwan Baalaastikaa fi Kiruuz furguggiste

Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC)- Iraan miisaa’eliiwwan Baalaastikaa fi Kiruuz guyyaa kaleessaa furguggisuu beeksiteerti.

Miisaa’eloonni baalaastikii furguggifaman kiiloomeetira kuma 2 yookkaan ammoo maayila kuma 1 fi 200 kan furguggifaman ta’uu fi buufataalee waraanaa Ameerikaa fi Israa’el qaqqabuu akka danda’an ta’uu ajajaa olaanaan eegdota Sosochii Iraan Jeneraal Hoseen Saalaamii ibsaniiru.

Yaalii waliigaltee niwukilaraa  Teeraan bara faranjootaa 2015 mallatteessite haaromsuuf taasiftu ilaalchisee biyyoota dhiibbaa uumuu barbaadanii fi boombii niwukilaraa misoomsuu akka dhaabduuf biyyoota hojjetanirratti  tarkaanfii waraanaa fudhachuuf dandeettii qabaachuu Miidil Iist Mooniteriing gabaaseera.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment