Inshuraansiin Fayyaa Oromiyaa horsiisee bultoota godina Booranaa hongeen miidhamaniif deeggarsa taasise

Finfinnee, Eebila 11, 2014 (FBC)- Inshuraansiin Fayyaa Oromiyaa horsiisee bultoota godina Booranaa hongeen miidhamaniif deeggarsa nyaata namaa kuntaala 350 fi Birrii miiliyoona 1 taasiseera.

Kampaniin inshuraansii Fayyaa Oromiyaa deeggarsa kana hojjettoota isaa irraa walitti qabun guyyaa har’aa hawaasa biraan ga’uu isaa Inshuraansii Fayyaa Oromiyaatti Manajariin kutaa inshuraansii Beellada obbo Geetaanee Irraanaa himaniiru.

Itti aanaan Bulchaa Godina Booranaa Kampanii Inshuraansii Oromiyaa hawaasa Booranaa deeggaran galateeffachuun ragaan Kominikeeshinii godina Booranaarra argame ni mul’isa.

Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment