Injinarroonni magaalaa Adaamaa jiraatan horsiisee bultoota godina Booranaaf nyaata horii hidhaa kuma 3 fi 600 ol taasisan

Finfinnee, Onkololeessa 11, 2014 (FBC)- Injinarroonni magaalaa Adaamaa jiraatan horsiisee bultoota godina Booranaaf nyaata horii hidhaa kuma 3 fi 600 ol taasisaniiru.

Godina Booranaatti hawaasa sababa bonaan miidhaman deeggaruuf injiinaroonni waan qaban walitti gurmeessuun nyaata looni hidhaa 3,630 gumaachaniiru.

Itti Aanaan Bulcha Bulchiinsa Godina Boorana Aabba Abdi Salaam Waariyo deeggarsa taasifameef galateeffachuu ragaan waajjira kominikeeshinii godina Booranaarra argamee ni muul’dhisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment