Injinar Yewahaalaasheet Jammaree Daayrektara Olaanaa Abbaa Taayitaa Maariitaayimii Ityoophiyaa ta’uun muudan

Finfinnee, Amajjii 6, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Injinar Yewahaalaasheet Jammaree Daayrektara Olaanaa Abbaa Taayitaa Maariitaayimii Ityoophiyaa taasisuun muudaniiru.

Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Amajjii 3,2014 irraa eegalee  Injinar Yewahaalaasheet Jammaree Daayrektara Olaanaa Abbaa Taayitaa Maariitaayimii Ityoophiyaa taasisuun muuduu isaanii abbaan taayitichaa beeksiseera.

Maddi:- TOI

Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment