Injinar Ayishaa Mahaammad hojii tajaajila waliigalaa Raayyaa Ittisaa daawwatan

Finfinnee, Waxabajjii 19, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisaa Injinar Ayishaa Mahaammad hojii tajaajila waliigalaa Raayyaa Ittisaa daawwataniiru.

Hojiilee Qajeelcha Waliigalaan hojjetamaa jiran, Ijaarsa Manneen jireenyaa fi Biiroolee daawwataniiru.

Hojii misoomaa qonnaa Mooraa fi misooma aannanii Humna Qilleensaa keessatti hojjetamaan jiranis daawwachuu isaanii ragaan Raayyaa Ittisaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment