Injiinar Taakkalaan manneen jireenya 25 jiraattootaf laatan

Finfinnee, Muddee 26, 2012 (FBC) – Injiinar Taakkalaa Uumaa ayyaana Qillee sababeeffachuun jiraattoota 120f kan ijaarame manneen jireenya 25 jiraattootaf laataniiru.

Mannen kun kutaa magaalaa Qirqoos maqaa addaa Cirqoos naannoo jedhamu waamamu jiraachuuf haala rakkisa keessa kan turan jiraattootaf kan ijaaramedha.

Injiinar Taakkalaan bulchiinsi magaalaa Finfinnee jireenyaaf mijattu taasisuuf hojjechaa akka jiran himaniiru.

Kontiraakteroota Kutaa magaalaa Qirqoos manneen jireenya kana ijaaraan Injiinar Taakkalaan galateeffatniiru.

Manneen jireenyaa kun dhiyeessi bishaan dhugaatii qulqulluu dabalatee bu’uraalee hunda kan guutatedha.

 

 

Comments (0)
Add Comment