Injiinar Taakkalaan Ityoophiyaatti bakka buutuu dhaabbata misooma indaastirii DhMG waliin mari’atan

Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC)- Ministirri Ministeera Albuudaa Injiinar Taakkalaa Uumaan Ityoophiyaatti bakka buutuu dhaabbata misooma indaastirii Dhaabbata Mootummata Gamtoomanii Oreeliyaa Pii Kaalaabroo waliin mari’ataniiru.

Injiinar Taakkalaan fuula miidiya hawaasa isaaniin akka ibsanitti, oomishaalee albuudaa biyya alaarraa galan biyya keessaatti bakka buusuun hojiiwwan hojjetamaniin deeggarsa teeknikaa taasisuu fi ijaarsa dandeettirratti waloon hojjechuuf waliigalleerra jedhan.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment