Injiinar Taakkalaan Dhimmoota Nageenyaa Daandii Baaburaarratti Obbo Musxaafee Mahaammad waliin mari’atan

Finfinnee, Onkololeessa 19, 2017 (FBC) –Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Korporeeshinii Geejjiba Baaburaa Itiyoo Jibuutii Injiinar Taakkalaa Uumaan haalota nageenyaa daandii Baaburaa cimsuu dandeessisanirratti Pireezidaantii Naannoo Somaalee Obbo Musxaafee Mahaammad waliin mari’achuu ibsaniiru.

Dandeettii fe’umsaa fi imaltootaa guddisuuf tattaaffii taasifamu keessatti tarkaanfiiwwan nageenyaa dabaluurratti kan xiyyeeffachuun mari’achuu Injiinar Taakkalaan gama Miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

Eegumsa nageenya daandii baaburaa keessatti hirmaanaan haawasaa barbaachisaa ta’uu dubbataniiru.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment