Injiinar Taakkalaan, artiistota waliin biqiltuu dhaaban

Finfinnee, Waxabajjii 8, 2012 (FBC) – Itti aanaan kantiibaa magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uuman artiistota waliin biqiltuu dhaaban.

Itti aanaan kantiibichaa Waldaa Gamtaa Weellistoota Ityoophiyaa waliin bulchiinsa magaalaa Finfinnee naannoo Yakkaatti biqiltuu dhaabaniiru.

Artiistonni dhaabbii biqiltuurratti hirmaatanis sagantaa misooma magariisaa baranaa sababeeffachuun hirmaataniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Comments (0)
Add Comment