Injiinar Taakkalaa Uumaan oomisha warqee Akooboo eegalchiisuuf Gaambeellaa galan

Finfinnee, Gurraandhala 24, 2014 (FBC)- Ministirri Ministeera Albuudaa fi Boba’aa Injiinar Taakkalaa Uumaan naannoo Gaambeellatti oomisha warqee Akooboo eegalchiisuuf Gaambeellaa galaniiru.

Saganticharratti preezdaantiin naannoo Gaambeellaa Obbo Umood Ujuluun argamaniiru.

Oomishni warqee kun kan eegaluu godina Anyuwaak aanaa Diimaattidha.

Leykuun Alamtu gabaase

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

Comments (0)
Add Comment