Injiinar Taakkalaa Uumaa fi Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Gambeellaa Umood Ujuluu naannichaatti bakka bifa aadaatiin warqeen itti oomishaamuu fi gurguramu daawwatan

Finfinnee, Muddee 16, 2013 (FBC) – Injiinar Taakkalaa Uumaa fi Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Gambeellaa Umood Ujuluu naannichaatti bakka bifa aadaatiin warqeen itti oomishaamuu fi gurguramu daawwatan.
Ministirri Albuudaa fi Boba’aa Injiinar Taakkalaa Uumaa fi Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Gambeellaa Umood Ujuluu naannichaatti bakka bifa aadaatiin warqeen itti oomishaamuu fi gurguramu daawwataniiru.
Injiinar Taakkalaan Naannoon Gambeellaa albuuda gaazii uumaaman kan badhaate taatullee, hawasaa ta’ee mootummaan biyyatti akkaata barbaachisuun fayyadamaa hin turre jedhaniiru.
Daddarbsitoonni seeraan alaa fi bu’uuraaleen misoomaa rakkoo akka ta’es eeraniiru.
Oomishni warqee hedduun karaa seeraa alaan biyyarraa bahaa akka tures himaniiru.
Oomishtoota warqee bifaa aadaan hojjechaa jiran dandeetti isaanii guddisuuf akka hojjetan ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Comments (0)
Add Comment