Injifannoon Gonfanne Akeeka Diinota Biyya Keessaa fi Alaa Maseense – Mana Maree Waloo Paartilee Naannoo Oromiyaa

Finfinnee, Muddee 15, 2014 (FBC) – Injifannoon Gaggeessummaa Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimadii fi Gamtaa Humna Nageenyaan argame akeeka Diinota Biyya Keessaa fi Alaa kan Maseense ta’uu Manni Maree Waloo Paartilee Naannoo Oromiyaa ibse.
Mana Maree Waloo Paartilee Naannoo Oromiyaa ibsa galateeffannaa baaseera.
Manni marichaa Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimadiin, Qaamolee nageenyaa waloo, Ummattaa Ityoophiyaa Diyaaspooraa fi michuuwwan Ityoophiyaa galateeffateera.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment