Injifannoon Adwaa tokkummaa ummataa bu’uura jabaarra kaa’eera – Obbo Aganyoo Tashaagar

Finfinnee, Guraandhala 23, 2016 (FBC) – Injifannoon Adwaa tokkummaa ummataa bu’uura jabaarra kaa’uu Af Yaa’iin Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyoo Tashaagar ibsaniiru.

Guyyaan Yaadannoo Injifannoo Adwaa ,mata duree ‘Adwaan Aasxaa ummattoota guraachaa maraati’ jedhuun kabajamaa jira.

Abbootiin Itiyoophiyaa diinarraa baraaruuf wareegamaa fi gootummaa boonsaa raawwachuu eeraniiru.

Dhaloonni ammaad tokkummaa fi muul’ata waloo qabaachuu qabu jedhaniiru.

Injifannoon Adwaa iccitii walqixxummaa dhala namaa kan mul’ise,tokkummaa fi dhugaa kan agarsiise ta’uu Obbo Aganyoo Tashaagar sagantaa yaadannoo Adwaa waggaa 128ffaarratti argamuun haasawa taasisaniin ibsaniiru.

Injifannoon Adwaa tokkummaa ummataa bu’uura jabaarra kaa’uu kaasaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment