Injifannoo hundi keenya qooddannu, injifannoo boonsaa waan galmeessitaniif eebbifama – Pireezidaanti Saahilawarq.

Finfinnee, Hagayya 20, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen injifannoo fiigicha Maaraatooniin argame hordofee ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru.

Atileetota dubartootaa shaampiyoonaa atileetiksii addunyaa Budapest 2023 irratti fiigicha maaraatooniin meedaaliyaa warqee fi meetii argamsiisan dinqisiifataniiru.
Ummanni Itiyoophiyaa marti baga gammaddan jedhaniiru.

Injifannoo hundi keenya qooddannu, injifannoo boonsaa waan galmeessitaniif eebbifama jedhan Pireezidaanti Saahilawarq.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment