Injifannoo fi bu’aawwan argaman cimsuun qormaatilee cichoominaan ce’uutu barbaachisa – Obbo Taaggasee Caafoo

Finfinnee, Onkololeesa 8, 2016 (FBC) – Injifannoo fi bu’aawwan argaman cimsuun qormaatilee cichoominaan ce’uun barbaachisaa ta’uu Af Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa Obbo Taaggasee Caafoon ibsan.

Obbo Taaggasee Caafoon adeemsa leenjii hoggantoota Paartii Badhaadhinaa magaalaa Bahirdaaritti kennamaa jiruu daawwataniiru.

Rakkoolee jiran injifannoon ce’uuf qaamni hundi tumsaa fi qindoominaan hojjechuun barbaachisaa ta’uu hubachiisaniiru.

Idaa jiru gara mindaatti jijjiiruuf qormaannis injifannoonis ni jiraata jedhan.

Injifannoo fi bu’aawwan argaman cimsuun qormaatilee cichoominaan ce’uun murteessaa ta’uu eeraniiru.

Taarikuu Laggasaatu gabaase.

#Oromia # Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment