Inistiityuutichi hawaasni wayita gammachuu ibsatu dhibee Covid – 19f of eeggannoo taasiisuu akka qabu hubachiise

Finfinnee, Bitootessa 21, 2013 (FBC) –Inistiityuutiin Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaa hawaasni wayita gammachuu isaa ibsatu dhibee Covid – 19f of eeggannoo taasiisuu akka qabu hubachiiseera.

Inistiityuutiin Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaa Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa Waancaa Afrikaaf darbuu isaa gammachuu itti dhagahame Fuula Miidiyaa hawaasummaan ibseera.

Kutaaleen hawaasa sadarkaan jiru wayita gammachuu kana ibsatu weerara vaayrasii koroonaaf of eeggannoo cimaa taasiisuu akka qabu yaadachiiseera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment