Finfinnee, Waxabajjii 3, 2016 (FBC)-Waancaa Awurooppaa 17ffaan tapha har’a gaggeeffamuun gareen Ispeen waliin Waancaaf Morkatu har’a adda ba’a.
Tapha har’a Ingilizii fi Neezerlaandi gidduutti taphatamu akkaan kan eegamuudha.
Taphichi halkan sa’aatii 4:00 irraa eegalee kan gaggeeffamu yoo ta’u, tapha xumuraa waancaa Awurooppaaf darbuuf morkii jabaan ni taasisuuun kan eegamudha.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.