Finfinnee, Bitootessa 15, 2014 (FBC) – Ingiliz mootummaan Ityoophiyaa dhiyeesiin deeggarsa namoomaa lammiilee naannoo Tigiraay deeggarsa barbaadaniif taasifamu akka si’atuuf murtoo walitti bu’iinsa dhaabuu taasise dinqisiifatte .
Murtoo kana hordofee Ityoophiyaatti Imbaasiin Ingiliz murtoo mootummaan Ityoophiyaa fudhate kan dinqisiifatu ta’uu ibseera.
Mootummaan Ityoophiyaa lammiilee naannichatti deeggarsa namoomaa barbaadaniif dhiyeessiin deeggarsa namoomaa akka si’atuuf walitti bu’iinsa dhaabuuf murteessuu ilaalchisee ibsa baasuun isaa ni yaadatama.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.