Finfinnee, Hagayya 16, 2014(FBC) – Ingiliz Ityoophiyaaf deeggarsa namoomaa Paawundii miiliyoona 6 taasisuu ibsame.
Deeggarsichi lammiilee sababa walitti bu’iinsaafi hongeen miidhamaniif kan oolu ta’uu ragaan Ityoophiyaatti Imbaasii Ingiliziirraa argame ni mul’isa.
Deeggarsichi tattaaffii deeggarsa namoomaa lammiilee rakkoo keessa jiran biraan gahuuf taasifamu ariifachiisuuf kan gargaaru ta’uu eerameera.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.