Imraan Kahaan shororkeessummaan himataman

Finfinnee, Hagayya 16, 2014 (FBC) –Poolisiin Paakistaan seeraa farraa shororkeessummaa biyyattii eeruun Muummee Ministiraa duraanii Paakistaan Imraan Kahaaniin yakka shororkeessummaan himachuun gabaafame.

Poolisiin, yakka qorannoo Imraan Kaahaan irratti kan jalqabe, poolisii biyyattii fi qaamolee haqaa fi gargaartota hidhuu fi rakkisuun dhamaasaa jiru jechuun erga himatee booda ta’uu ibsameera.

Himannicha hordofees deeggartoonni Imraan Kahaan naannawaa mana jireenyaa isaaniitti walitti qabamuun gabaafameera.

Yeroo ammaas muddaamni biyyattiitti kan uumame yoo ta’u, Imraan Kahaan kan qaban yoo ta’e aangoo isaa ni to’anna jechuun dhaadachaa jiru jedhameera.

Imraan Kahaan erga aangoo gadi dhiisanii eegalee mootummaa paakistaani fi waraanni qeequun beekamuu jechuun BBC’n gabaaseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment