Imbaasiin Ameerikaa gaazexeessitoota filannoo bara kanaa gabaasuuf hirmaatanif leenjii ijaarsa dandeetti cimsuu laachuu eegale

Finfinnee, Gurraandhala 2, 2013 (FBC)- Imbaasiin Ameerikaa gaazexeessitoota filannoo baranaa gabaasuuf hirmaatanif dandeetti raawwachisummaa isaani cimsuuf Doolaara Ameerikaa kuma dhibba 4 fi kuma 50 baasii gochuun leenjii kennu eegaleera.
Filannoo biyaalessaa baranaa irratti odeeffanno kennuu fi gabaasuratti gaazexeessitoota hirmaatanif baasii Doolaara Ameerikaa kuma 400 fi kuma 50 ykn Birrii miliyoona 17n leenji ijaarsa dandeetti laatamu kan eegaleera.
Leenjichi wayita filanno gabaasanitti ga’ee fi itti gaafatamummaa waliigalaa akka qabaatan irratti kan xiyyeeffate ta’u himaniru.
Leenjiin kunis gaazexeessitoota 500 hanga 700 ta’aniif ni laatama.
Leenjichi torban 25 kan turu ta’uus himameera.
Maddi:-TOI
Fuula feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa yuutyuubii keenyan nu hordofuuf fbc afaan oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna!
Comments (0)
Add Comment