Finfinnee, Fulbaana 2, 2016 (FBC) – Ministeerri Dhimma Alaa fi Haqaa Imaammata ce’umsa haqaarratti bakka buutoota biyyoota miseensa Gamtaa Awurooppaa teessoo isaanii Finfinnee taasiisaniif ibsi taasiisaniiru.
Ministirri Ministirri Ministeera Haqaa Dooktar Xiimooteewoos qaamolee kanneeniif ibsa laataniiru.
Ibsichi walitti bu’iinsaan booda adeemsa raawwii haqaa miidhamtootaaf laatamu irratti kan xiyyeeffate ta’uu eerameera.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.