Imaammanni Saayinsii, Teekinooloojii fi Innoveeshinii bara haaraatti hojiirra akka oolu ibsame

Finfinnee, Hagayya 12, 2012 (FBC) – Imaammanni Saayinsii, Teekinooloojii fi Innoveeshinii bara haaraatti hojiirra akka oolu ibsame.

Imaammanni Saayinsii, Teekinooloojii fi Innoveeshinii bara haaraatti hojiirra akka oolu Ministeerri  Innoveeshinii fi Teekinooloojii beeksise.

Ministeera  Innoveeshinii fi Teekinooloojiitti Daayreekatarri Imaammataa, Tarsiimoo fi Karoora Fulduraa obbo Dastaa Abarraa fooyya’insi wixinee labsii imaammata Saayinsii, Teekinooloojii fi Innoveeshinii ammaan kana boqonnaa xumuraarraa ga’eeraa jedhaniiru.

Haata’uutii saayinsii fi teekinooloojii waliin kan adeemaanii fi guddina misoomaa saffisiisuuf fooyya’insa taasisuun barbaachisaa ta’uu ibsaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

 

Comments (0)
Add Comment