Finfinnee, Onkololeesa 8, 2016 (FBC) – Ilmi Kiristiyaanoo Roonaaldoo, Roonaaldoo Juuniyeer garee Al Naasir umrii 13 gadiif mallatteesseera.
Roonaaldoo Juuniyeer yeroo itti aanu Akkaadaamii Al Naasiritti shaakala ni eegala jedhame.
Lakkoofsi 7 laatamuufiis eerameera.
Miidiyaalee hawaasummaa garaagaraan Dandeettii addaa qabu argisiisaa kan jiru Roonaaldoo Juuniyeer abbaa koo waliin taphachuu fedhiin qaba jechuun isaa ni yaadatama.
#Oromia # Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.