Finfinnee, Gurraandhala 22, 2014 (FBC)- Bulchiinsi magaalaa Finfinnee naannoo Piyaassaa (Birbirsaa Goorootti) ijaarsisaa kan jiru proojektiin Adwaa kiiloo meetirri zeeroon %75 qaqqabuu ibsameera.
Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti itti aanaa waajjira raawwii proojektoota gurguddoo Injiinaar Mirreessaa Likkeessaan akka himanitti, ijaarsi proojektii giddugala Adwaa kun xumuramaa jira jedhaniiru.
Ijaarsi isaa yeroo amma kana %75 qaqqabuus himaniiru.
Maddi:-DHPI
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.