Ijaarsi nageenyaa hawaasa giddugaleessa godhate barbaachisadha- Mufaariyaat Kaamil

Finfinnee, Fulbaana 15, 2013 (FBC) –Ijaarsi nageenyaa hawaasa giddugaleessa godhate barbaachisadha- Aadde Mufaariyaat Kaamil
Ijaarsi nageenyaa hawaasa giddugaleessa godhate barbaachisaa ta’u Ministirri Nageenyaa Aadde Mufaariyaat Kaamil ibsaniiru.
Ministirri Nageenyaa FDRI aadde Mufaariyaat Kaamil guyyaa har’aa miseensoota komishinii nageenyaa fi araaraa walin mari’atniiru.
Aadde Mufaariyaat wayita marichaa komishinichi walabummaan isaa kan eegamee fi dhimma kamirrattu gidduu akka hin seenne ibsaniiru.
Haata’uti dhimmoota waliin hojjechuu barbaachisurratti akka waliin hojjettan himaniiru.
Ijaarsi nageenyaa hawaasa irratti kan xiyyeeffate yoo ta’u, mirga ummataaf ni falmina jedhaniiru.
Miseensoonni komishinichaa ministirri nageenyaa nageenyi biyyatiitti akka bu’uuf carraaqqiin isaan taasisaan dinqisiifataniiru.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Comments (0)
Add Comment