Ijaarsi Mana Barumsaa Adda Yuunivarsiitii Haramaayaa saffisaa jira

Finfinnee, Muddee 8, 2013 (FBC) – Ijaarsi Mana Barumsaa Adda Yuunivarsiitii Haramaayaa saffisaa jira.
Akka Oromiyaatti Manneen barnootaa Addaa 40 qopha’aa jiran keessaa 14 yuunivarsiitiiwwan Naannoo Oromiyaa keessa jiraniin bulu.
Yuunivarsiitiin Haramaayaa bara barnootaa 2013tti barattoota kutaa 9ffaa 240 simachuuf qophii xumuree jira.
Hoogganan Manneen barnootaa Addaa obbo Ahimad Dadoo Gammadaa hojii kana qindeessaa jiru.
Bara barnootaa 2014tti Manneen barnootaa Addaa kanaaf ijaarsa sadarkaa eeggate addatti ijaaruuf qophiin xumuramuus ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment