Ijaarsi Gola Hambaa Adwaa Zeeroo Kiiloo Meetiraa duudhaa isaa eegee xumuramaa jira – Aadde Adaanach Abeebee

Finfinnee, Hagayya 9, 2015 (FBC) – Ijaarsi Gola Hambaa Adwaa Zeeroo Kiiloo Meetiraa duudhaa isaa eegee xumuramaa jiraachuu Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen ibsan.

Jilli Aadde Adaanachiin durfamu adeemsa ijaarsa Piroojektichaa daawwateera.

Golli Hambaa kun seenaa injifannoo Adwaa bu’uura taasiisuun Piroojektii guddaa ijaaramaa jiru ta’uu eeraniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment