Ijaarsi daandii Paarkii Faransaayii – Faransaay Aabboo jalqabsiifame

Finfinnee, Amajjii 23, 2012 (FBC) – Itti aanaan kantiibaa magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uumaan ijaarsa daandii Paarkii Faransaayii amma Faransaay Aabboo jalqabsiisan.
 
Daandichi dheerina kiilo meetira 1.2 kan qabu yammuu ta’u, meetira 15 bal’ata.
 
Ijaarsa daandichaa fi hojii bu’uuraalee misoomaa biroorratti hawaasa waliin mari’ataniiru.
 
 
 
Comments (0)
Add Comment