Ijaarsi Buufata Xiyyaaraa Naqamtee %70rra ga’eera

Finfinnee, Waxabajjii 15, 2012 (FBC) – Ijaarsi Buufata Xiyyaaraa Naqamtee %70rra ga’eera.
 
Buufanni xiyyaaraa kun Birii miiliyoona dhibba 7 fi miiliyoona 48 ijaarramaa jira.
 
Ijaarsa dirrichaa jilli sadarkaa itti aanaa preezdaantiitti hogganaan Paartii Badhaadhinaa damee Oromiyaa obbo Fiqaaduu Tasammaatin duurfamu daawwateera.
 
Buufatichi amma Amajjii 2013 ni xumuramaan eegama.
 
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
 
Filatamoo
Comments (0)
Add Comment