Finfinnee, Bitootessa 20, 2014 (FBC) – Ijaarsi buufata xiyyaaraa Dabra Maariqoos Birrii miiliyoona dhibba 6 fi miiliyoona 55’n ijaarramuu eegaleera.
Ijaarsa proojektichaafis Ityoophiyaatti dhaabbata Eerpoortotaatin Birriin miiliyoonni dhibb 6 fi miiliyoonni 55 kan ramadamee ta’uu ibsameera.
Buufanni xiyyaaraa kun lafa karee mitiraa 137 irratti kan ijaarramuu ta’uu ibsameera.
Mootummaa naannoo Amaaraatiin kaffaltiin beenya Birriin miiliyoonni dhibbi 2 fi miiliyoonni 74 kaafamtootaaf laatameera.
Ijaarsi proojektichaas waggaa 2 fi baatiwwan 8 keessaa kan xumuramu ta’uu ragaan kominikeeshinii magaalaa Dabra Maarqoosirra argame ni muul’isa.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.